Madda suuraa, Fuula Feesbuukii Caaltuu. Ibsa waa'ee suuraa, Caaltuu Taakkalaa daa'ima ishee ji'a jahaa irraa hidhamtee guyyoota afur booda gadhiifamte. 21 Adooleessa 2020 Kanaan duras waggoota ...
Dhiyaadhaa! Maqaan koo Ballaxach Dheeressaa Saasiggaa dha, warri Oromoo immoo Caaltuu naan jedhu. Naannoo Gimbii iddoo Haaruu jedhamtutti dhaladhus kanin guddadhe garuu Najjootti. Barnoota ...